Ergaa Yaaqoob 4:3 - WAADAA LAMMATAA3 Isin waan argatan san hawwii foon keessanii guutachu'uuf jettanii dharaan waan kadhataniif hin argattan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Yoma kadhattan'llee deebii kadhannaa keessan ka hin arganneef, wonitti kadhattan gammachuu foonii irra oolichu'uuf, yaada hama'aan waan kadhattaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Isin waan argattan san hawwii foon keessanii guuttachu'uuf jettanii dharaan waan kadhattaniif hin argattan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |