Ergaa Yaaqoob 4:14 - WAADAA LAMMATAA14 Isin waan boru ta'u waan hin beenneef, jiruun keessan maali'ii? Isin akka hurrii hennaa diqqoo mudhatee baduu ti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa14 Boru waan ta'u hin beekittan, lubbuun teessan maali'i? Isin yeroo tokkoof mulidhatee, booda ammoo akka duumessa maa'ii baduuti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu14 Isin waan boru ta'u waan hin beenneef, jiruun keessan maali'i? Isin akka hurrii hennaa diqqoo mudhatee baduuti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |