Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yaaqoob 3:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Busaayaa, simbirroonni, worri sossochoo'anii fi galaana keessa jiraatan, gosoonni uumamaa maruu namaan leenji'aman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

7 Bineensonni arddi'iitii fi sinbirroonni, lafa irra ka harkifatanii fi garba ciisaa keessa ka sosocho'an uumaan marrinuu, namaan leenjifamu'uuf ni danda'an, akkuma kana leenjifamaanii jiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 Busaayaa, simbirroonni, worri sosocho'anii fi worra galaana keessa jiraatan, gosoonni uumamaa maruu namaan leenji'aman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yaaqoob 3:7
4 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hennaa hedduu sansalaataa fi gaadii sibiilaatiin hidhama'aa ture. Haata'uu ammoo sansalaata ufirraa kukkuta'aa, gaadii sibiilaallee caccabsa'aa ture. Namni danda'ee isa gad qabu tokkolle hin jiru.


Achitti bineensoonni luka afur qaban worri lafa irra sosocho'an maruu Simbirroonni sami'iillee keessa turan.


Arrabni ibidda; arrabni qaama nafaa jidu'utti adunyaa hamtu'u; qaama nafaallee hin batteessa; foon maraa hin xureessa; deemsa jireenna keennaa maraa hin guba; Ibidda asaabaatittillee hin gubata.


Haata'uu ammoo eennullee arraba ufii leenjisuu hin danda'u. Hadhaa nama ajjeessuun guutamee fi hamaa gara hin qabne.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ