Ergaa Yaaqoob 3:4 - WAADAA LAMMATAA4 Akkasuma markaboonni hagamillee guddaa ta'anii, qilleensaan yoo oofamanillee namichi oofu gara ufii fedhe ooftu'uun markaba baayi'ee diqqo'oon gara ufii fedhe oofa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Dooniin yoma guddaa ta'ee fi bubbee cima'aan ka dhiibamu yoma ta'e'llee, konkolaachisaan dooni'ii dhayata diqqittii ittiin dhayatuun, gara bakka barbaaduu titti ni oofaan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Akkasuma markaboonni hagamillee guddaa ta'anii, qilleensaan yoo oofamanillee namichi markaba oofu ooftuu markabaa diqqo'oon gara ufii fedhe oofa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |