Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yaaqoob 3:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Bakka hinaaffa'aa fi uf jaalachuun jiru san boorreessa'aa fi hujiin hamaan waan jiruuf.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

16 Hinaaffa'aa fi mataa ufii jaalallitti bakka jirantti, jeeqamaa fi hujiin hamaan marrinuu ni jiraatan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

16 Bakka hinaaffa'aa fi uf jaalachuun jiru san booreessa'aa fi hujiin hamaan waan jiruuf.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yaaqoob 3:16
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Maatiin mana tokko keessatti yoo ufii wol qoqqoode maatiin sun dhaabachuu hin danda'u.


Yomasan qachaan maruu raafamte. Namoonni Maqidooniya'aa hiriyoota Phaawuloosii Gaayiyoosii fi Arsixirookoosiin isaan woliin butanii yaada tokko ta'anii gara hulee taphaa gad fiigan.


Worra nama didanii bu'aa ufii soqaniif hammeeyyii ta'anii waan mishaa dhiisanii fi hammeenna duukaa worra deeman lola Rabbiitii fi bala'atu isaan irra gaya.


Rabbii Waaqa nagayaati malee, Waaqa wocaa waan hin taaneef. Woldaa Woyyuu Kiristaanaa marattuu akkanuma.


Worra yaada foonii qabu waan taataniif, haga ammaa nyaata jabaa nyaachuu hin dandeettan. Hinaaffa'aaf mormiin waan isin keessa jiruuf worra fooniin yaadu ta'u keessanii mitii? Akka Aadaa namaatitti deddeebitanii?


Hennaa ani gara keessan dhufu akka ani barbaadu taatanii isin arguu dhabuu danda'a. Anillee akka isin jaalattan san uduu hin ta'in, na argitan jedhee sodaadha. Maallaataa mormiin, hinaaffaan, lolli, diiggaan, hamiin, hasaassiin, boonuun, raafamnillee hin ta'a.


Wol qirqirsuu, waaqa tolfamaa kaddaamuu, moruu, diinummaa, wol mormii, hinaaffaa, mufii, uf jaalachuu, wol dhabuu,


Hadhaan hinaaffa'aa fi wol qooduun garaa keessan keessa yoo jiraate, kanaan uf hin jajinaa'a. Dhugaa malee soba hin dubbatinaa'a.


Ta akka hammeennaan Qaayel obboleessa ufii ajjeeseetii miti. Maaf ajjeese? waan hujiin isaa hamaa ta'eef, ka obboleessa isaa ammoo waan qajeelaa ta'eef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ