Ergaa Yaaqoob 3:1 - WAADAA LAMMATAA1 Obboleeyyan tiyya! Marti keessan barsiisota hin ta'inaa'a. Worri akkasii murtii caalu akka argatu waan beettaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Yaa obboleeyyan! Nu'u barsiisota worri taane murtii caalaa ta'e akka fudhannu ni beekittaniitii, isin keessaa baayi'eewwan barsiisota hin ta'in. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Obboleeyyan tiyya! Marti keessan barsiisota hin ta'inaa'a. Worri akkasii murtii caalu akka argatu waan beettaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |