Ergaa Yaaqoob 2:25 - WAADAA LAMMATAA25 Akkasuma seebartuun Ra'aab ammoo ergamoota simattee karaa biraatiin hennaa ergite, huji'iin qajeeltuu hin taanee? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa25 Sagagalittittiin Rahaab ergamoota worra Israa'eelii mana isi'ii titti yeroo simattettii fi karaa biraatiin'llee akka deemaniif yeroo isaan taasfttetti, isiin hujii isi'iitiin qulqullaawomttee hin turree ree? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu25 Akkasuma seebartuun Ra'aab ammo ergamtoota simattee karaa biraatiin hennaa ergite, huji'iin qajeeltuu hin taanee? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |