Ergaa Yaaqoob 2:23 - WAADAA LAMMATAA23 Kitaabni, «Abrahaamillee Rabbitti amanee qajeellummaa ta'ee laakkawameef» ka jedhe raawwatameeti; jaalallo Rabbii jedhame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa23 Kitaaba Qulqulluu keessatti, «Abrahaam Waaqatti ni amane, amantiin isaa'llee qulqullaawoma ta'e ni laakkayameef» dubbiin jedhe ni raawwatame, haala kanaan Abrahaam, waahela jaalalloo Waaqaa ni jedhame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu23 Kitaabni, «Abrahaamillee Rabbitti amanee qajeellummaa ta'ee laakkayameef» ka jedhe raawwatamee jaalallo Rabbii jedhame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |