Ergaa Yaaqoob 2:21 - WAADAA LAMMATAA21 Abbaan keenna Abrahaam Yisihaaqiin ilma ufii ciinca'aaf hennaa dhiyeesse huji'iin hin qajeelaa hin taanee? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa21 Abbaan keenna Abrahaam ilma isaa Yisihaaqiin furdda irratti Waaqaaf kitimaa taasise yeroo dhiyeessetti, ka qulqullaawome huji'iinii mitii ree? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu21 Abbaan keenna Abrahaam ilma ufii Yisaaqiin hennaa ciinca'aaf dhiyeesse huji'iin qajeelaa hin taanee? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kanaafuu seera calla'aan uduu hin taane, akkasuma ka amantaa Abrahamiitiin ta'e, fiixaa isaa maraaf, dubbiin abdi'ii kun akka raawwatamuuf, amantaan akka badhaadhummaa isaa akka ta'uuf, innillee akkuma abbaa worra Yihuudii hin taanee taata jedhame barrayeen, isa du'aa fi jireenna kennu, ka waan hin jirre akka waan jiruu godhee waamu, Waaqa itti amane afo'otti abbaa nu maraati.