Ergaa Yaaqoob 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, walgayii keessan yoo seeneef, hiyyeessi uffata xurii uffate ammoo yoo seene, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Fakkeennaaf naminni lamaa gara bakka itti wolgeettanii titti ni dhufan, tokkochi quba isaa titti qubee worqqi'ii ka godhatee fi uffata bareedu faayaa ka uffatee jiru dureessa, ka bira'aa uffata xuraaye moofaa ka uffate hiyyeessa, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, wol gayii keessan yoo seenee fi hiyyeessi uffata xurii uffate ammo yoo seene, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |