Ergaa Yaaqoob 2:19 - WAADAA LAMMATAA19 Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Mishaa goote jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa19 Ati, «Waaqinni tokkochi jira» jettee ni amantta, kun'llee misha'a, amanuu ammoo jinniiwwan'llee ni amanan, soda'aan'llee ni hollatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu19 Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Waan mishaa garuu jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |