Ergaa Yaaqoob 2:16 - WAADAA LAMMATAA16 Isin keessaa tokko worra waan nyaatu dhabeen nagayaan deemaa quufaa ibidda oo'ifadha'a quufaa uduu isaaniin jettanii waan nafa isaaniitiif barbaachisu yoo hin kennineef bu'aa maal isaanii qaba? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa16 isin keessaa tokko waan jireenna isaaniitiif isaan barbaachisu uduu isaanii hin kennin, «Nagayaan deemaa! Isinitti haa oo'u! Quufaa!» yoo isaaniin jedhe, maal isaan fayyada? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu16 «nagayaan deemaa'a; quufaa ibidda oo'ifadhaa'a! quufaa'a!» uduu isaaniin jettanii waan nafa isaaniitiif barbaachisu yoo hin kennineef bu'aa maal isaanii qaba? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |