Ergaa Yaaqoob 2:11 - WAADAA LAMMATAA11 Ka hin seebarin jedhe akkasuma hin ajjeessin jedheera. Uduu hin seebarrellee deebiftee yoo nama ajjeefte seera irra darbiteerta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa11 «Hin sagaagalin!» Gooftaan jedhe akkuma kana, «Hin ajjeesin!» jedhee jira, kanaaf yoma sagaagaluu dhabaattee'llee, yoo ajjeeftte seera diigiddee jirta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu11 Ka «hin seebarin» jedhe akkasuma «hin ajjeessin» jedheera. Uduu hin seebarrellee deebiftee yoo nama ajjeefte seera irra darbiteerta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |