Ergaa Yaaqoob 1:5 - WAADAA LAMMATAA5 Isin keessaa namni ogummaa hin qabne, uduu hin komatin Rabbii arjumma'aan maraafuu kennu haa kadhatuu. Isaa hin kennamaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa5 Isin keessaa naminni ogummaan itti dhidhate yoo jiraate Waaqa haa kadhatu, Waaqinni'llee ni kennaaf, inni'llee womaa uduu garaa isa hin hanqatin maraafuu arjoomaan Waaqa arjjaa kennu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Isin keessaa namni ogummaa hin qabne, uduu hin komatin Rabbii arjumma'aan maraafuu kennu haa kadhatuu. Isaa hin kennamaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |