Ergaa Yaaqoob 1:4 - WAADAA LAMMATAA4 Isin worra ciniinnattan, worra obsi keessan bilchaateef guutuu ta'e, worra dhidhina hin qabne akka taatan isin taasisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Obissaan jabaattanii dhaabachuun keessaniin womaa isinitti uduu hin dhidhatin muda maleeyyi'ii fi guutuu akka taataniin ka isin gayu haa ta'u, isin irraa uduu hin dhidhatin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Isin worra ciniinnattan, worra obsi keessan bilchaatee fi worra guutuu ta'e, worra dhidhinna hin qabne akka taatan isin taasisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |