Ergaa Yaaqoob 1:22 - WAADAA LAMMATAA22 Worra dubbii Rabbii raawwattan ta'aa malee, worra uf dogoggorsa'aa dubbii callaa dhageettan hin ta'inaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa22 Dubbii isaa hujii irra worra oolichu ta'aa malee mataa keessan soba'aa, dhageefattoota qofa hin ta'inaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu22 Worra dubbii Rabbii raawwattan ta'aa malee worra uf dogoggorsa'aa dubbii callaa dhageettan hin ta'inaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |