Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yaaqoob 1:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Achiin maayessa dharraan yoo ulfoofte, cubbuu dhalti. Cubbuun sun haga guddatteen maayii du'a dhalti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

15 Kanaan duubatti hawwiin onne'etti jala yoo qabamtte cubbuu ni deetti, cubbuun'llee yoo guddatte du'a ni deetti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

15 Achiin maayessa dharraan yoo ulfoofte, cubbuu dhalti. Cubbuun sun haga guddatteen maayii du'a dhalti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yaaqoob 1:15
21 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hennaa san darasoota kudha lamaan keessaa namni Yihuudaa jedhamu ka biyya Asqorootuu tokko gara bulchoota gadootaa dhaqee,


Ani ammoo akkana isiniin jedha, namni ija hawwi'iitiin dubartii laale, garaa ufii keessatti isii woliin seebareera.


Haata'uu ammoo namni hawwii ufiitiin yoo harkifameef sobame hin ataabama.


Nu uumama maraaf hangafa akka taanu dubbii dhuga'aatiin yaadee nu uume.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ