Ergaa Yaaqoob 1:10 - WAADAA LAMMATAA10 Dureessi yoo gadi uf qabe, haa boonuu. Qabeennillee akka daraaraa margaa waan lufuuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa10 Qabeenni namaa akka abaaboo margaa titti waan harca'uuf, obboleessa jireenna isaatiin ol jedhe, Waaqinni jireennaan isaatii gad yoo isa qabe'llee haa gammadu, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu10 Dureessi yoo gad uf qabe haa boonuu; Qabeennillee akka daraaraa margaa waan lufuuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |