Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




3 Ergaa Yohaannis 1:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Mana amanta'aatiif barreessee ture, haata'uu ammoo, Diyootreefesiin sooressa ta'uu barbaadu nu hin fedhu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 Asiin durana waldaya amanti'ii Kristosiitiif xalayaa barreessee jira, garuu durssaa woldaya amanti'ii ta'u'uuf ka barbaadu Deemetrius, yaada kiyya hin fudhanne.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Woldaa Kiristaanaa saniif barreessee ture; haa ta'uu ammo Diyootreefesiin bulchaa ta'uu barbaadu nu hin simatu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




3 Ergaa Yohaannis 1:9
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Ka kadhatu maruu hin fudhata, ka barbaadullee hin argata, Ka balbala dhadhayuufillee hin banama.


Isaan ammoo, «Nu keessaa eentu caala?» jedha'aa wol morma'aa waan turaniif hin cadhisan.


«Daa'ima akkanaa tokko maqaa kiyyaan ka simatu maruu, na simata; Ana ka simate, ka na erge simata malee ana calla'aa miti» isaaniin jedhe.


«Eennullee ka daa'ima kana maqaa kiyyaan simatu na simata. Ka na simatu maruu ka na erge simata. Ka isin maraa irraa gadi aanu inni sun maraa caala» isaaniin jedhe.


Jaalala obbolumma'aatiin isin wol jaaladhaa'a; Wol kabajjaa'a.


Innillee qaama isaa jechuun, mataa Woldaa Kiristaanaati. Innillee maraa afoo ta'u'uuf, worra du'an keessaa du'aa ka'u'uun hangafa.


Worri barumsa Kiristoosiitiin hin jiraanneef barumsa isaa keessa namni hin jiraanne Rabbiin hin qabu. Namni barumsa Kiristoosii keessa jiraatu ammoo, Aabba'aa fi Ilma isaallee hin qaba.


Eegasuu nu dhugaa woliin akka hojjannuuf namoota akkanaa kanniin keessummummaa haa simannuu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ