Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




2 Gara Ximotewoosii 4:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Ati ammoo waa maraa uf eega'aa raawwadhu, rakkinna obsi, hujii kee lallaba Oduu Nagayaa godhadhu. Hujii kee raawwadhu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

5 Ati garuu waan maraanuu ufi eeggataa ta'i, rakkinna fudhachu'uun jabaadhu, hujii lallabduummaa wongeela raawwadhu, tajaajila kee'llee maraa raawwadhu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Ati ammo waa maraa uf eega'aa raawwadhu; rakkinna obsi, hujii kee lallaba Dubbii Nagayaa godhadhu. Hujii kee raawwadhu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




2 Gara Ximotewoosii 4:5
28 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Ka saantibii worqi'ii kuma shan fudhate yoma san ittiin daldalee, saantibii worqi'ii kuma shan bu'aa keessaa buufate.


Kunillee akka nama mana ufii hojjattoota ufiititti dhiisee, isaan maraafuu hujii kennee, ka balbala eegu jabaatee akka eegu seeree deeme fakkaata.


Woma isiniin jedhu, nama maraanuu jedhaa; dammaqaa'a!»


Garboonni gooftaan isaanii hennaa dhufu uduu hojjatan ka arguun, isaan worra eebbifame. Dhugamaan isiniin jedha, marxifatee isaan teessisee ufii dhaabatee isaan nyaachise.


Bariisaa baanee gara Qisaariya'aa dhandhe. Torba keessaa mana nama tokkoo lallabaa Oduu Nagayaa ka Filiiphoosi jedhamuu seennee isa bira teenne.


Kanaafuu Yerusaalemii jalaqabee haga Iliwaarqoon naannayee Oduu Nagayaa ka Kiristoosii guutumaan guutu'utti lallabeera.


Innillee gari garii ergamoota, kuuwwan raattota, kuuwwan worra Oduu Nagayaa lallabuu, kuuwwanillee tisse'ae fi barsiisoota akka ta'an kennaa kenne.


Nu marti keenna gara tokkummaa Ilma Rabbii amanu'uu fi beeku'uun argamuutiif gara nama guutuu ta'u'uu haga waan Kiristoosiitiin guuttamuu geennuuf tajaajila woyyootaa hojjatu'uuf qaama Kiristoosii ijaaru'uuf guutuu akka ta'an.


Waan keessaniif akkuma naaf kenname akka bulchaa mana Rabbiititti dubbii Rabbii raawwadhee akka himu, ani tajaajilaa woldaa Kiristaanaa ta'e.


Akiriphaanillee, «Tajaajila Gooftaa irraa fuute, akka raawwattu jabaadhu» jedha'aa naa himaa'a.


Eeganaa haa damandhuu; hagati haa jiraannuu malee, akka kaawwanii hin rafnu.


Guddinni kee waan maraanuu akka mudhatu yaadi; waan kanniinitti hennaa maraa jabaadhu.


Eegasuu waan Goofta'aa ragu'uuf yookiin anaa waan Goofta'aatiif hidhamettillee hin saalfatin, haata'uu ammoo haga hunna Rabiitiin waan Oduu Nagayaatiif na woliin rakkadhu.


Kanaafuu isinillee fayyinna karaa Yesuus Kiristoosiitiin argamu ulfinna bara baraa woliin akka argattan waan worra filatameetiif waan maraanuu hin jabaadha.


Loltuu mishaa Yesuus Kiristoosii ta'iitii, rakkinna na Woliin qoodami.


Haata'uu ammoo hujiin lallaba Oduu Nagayaa ka anaan raawwatamuuf, akka worri Yihuudotaa hin taane martinuu dhagayaniif Gooftaan na bira dhaabatee na jabeesse. Afaan leencaa jalaallee na hambise.


Worra isin bulchuu ajajamaa'a. Isaan baallii Rabbiin itti gaafataman waan qabaniif jabaatanii isin eeganii. Yoo isin isaanii ajajamtan, isaan waan kana gammachu'uun hojjatan; Yoo ta'uu dhabaate gadda'aati hojjatan. Kun ammoo isiniif misha'aa miti.


Kanaafuu waan gootan marattuu qalbii teessan qopheessaa'a; worra uf qabdan ta'aa'a; hagatti jiraadhaa'a. Badhaadha Gooftaan Yesuus hennaa mudhatu isinii kennu san abdii godhadhaa'a.


Kanaafuu dammaqii ka'i waan ani fuula Rabbii kiyyaa afo'otti hujiin kee guutuu ta'uu isaa hin argineef. Waan du'uu gaye sanniin jabeessi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ