Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




2 Gara Ximotewoosii 3:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Worra hin galateeffanne, worra woyyummaa hin qabne, worra jaalala hin qabne, worra araaramuu hin jaalanne, hamattoota, gar-jabeeyyii, worra uf hin qabne,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 jaalala ka hin qabnne, dhiifama worra hin taasfnne, maqaa namaa worra balleessan, mataa isaanii ka hin toowanne, gara jabeeyyii, waan mishaa ta'e ka jibban,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Worra hin galatoonfanne, worra woyyummaa hin qabne, worra jaalala hin qabne, worra araaramuu hin jaalanne, hamattoota, gar jabeeyyii, worra uf hin qabne,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




2 Gara Ximotewoosii 3:3
31 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Obboleessi obboleessa ufii, abbaanillee ilma ufii dabarsee du'aaf kenna. Ijoolleen worra ufii irratti hin ka'an, hin ajjeesanille'e.


Achiin maayessa akka Yesuus daabiloosiin ataabamu, Ayyaanni Woyyuun gara gammooji'ii isa fide.


«Ka isin dhagayu ana dhagaya; ka isin dide na dida; ka ana didellee ka na erge dida.»


Fariisonni worri birrii jaalatan waan kana maraa dhagayanii itti baldan.


Yesuusillee, «Ani kudha lamaan keessanii mii ka filadhe? isin keessaa tokko daabiloos» jedhee isaanii deebise.


Hammeenna, luquna, dhara maraan guuttaman; hinaaffaa, lubbuu ajjeesuu, mormii, amala dharaatii fi hammeennaan guuttaman.


Worra hin hubanne, worra woliigaltee diigan, worra jaalala hin qabnee fi worra araara hin qabne.


Faate'een jabaatu'uuf jettanii, woliigaltanii haga henna'aatiif yoo ta'e malee, wol hin dhoggatinaa'a. Uf qabuu dadhabdanii seexxani akka isin hin qorre woliin jiraadhaa'a.


Haata'uu ammoo dharra'aan gubachuu irra fuudhu'uu fi heerumuu woyya. Uf qabuu yoo dadhaban haa heerumaanii yookiin haa fuudhanii.


Eeganaa namni gorsa kana jibbu, nama jibbuu isaatii miti. Rabbii Ayyaana woyyuu akka isin keessa jiraatuuf kenne san jibbe malee.


Akkasuma dubartoonnii worra bilchaatan, worra nama hin hamanne, worra hagatti jiraatanii fi waan maraanuu worra amanaman haa ta'anii.


Ka keessummaa simatu, ka waan mishaa ta'e jaalatu, ka uf eegu, qajeelaa, woyyu'uu fi ka uf qabu haa ta'uu.


Akkasuma haawwotiin jaaran haalli jireenna isaanii tajaajila woyyu'uuf gayaa ta'uu barbaachisa, worra hin hamanne, worra dhuddoo daadhii woyyini'ii baayi'eetiin hin sobamnee fi worra waan mishaa barsiisu haa ta'anii.


Isin ammoo hiyyeeyyii salphiiftan; Dureeyyiin worra isin dhiphisuu mii? Gara mana murtee worri isin harkisan isaanii mii?


Isaan hennaa maraa halcha hama'aa fi ija cubbuu hujuu irraa hin deebine qaban, namoota amanta'aanii jabaatanii hin dhaabanne dogoggorsan, qalbii fedha bada'aan guuttamte qaban; isaan worra abaarame.


Uduu ufiiyyuu garbummaa badi'ii jala jiran, worra kaaniin ammoo bilisa baatan jedha'aa abdii kennaniif, namni waan isa injifate maraafuu garbicha.


Bara dhumaa fedhii ufiitiin worri jiraatanii fi worri baldan akka dhufan, hubadhaa'a.


Kunniin worra akka fedha dharraa ufiitiin jiraata'aa gugumanii fi worra waan hiree ufiitiif gururi'an. Isaan akka isaanii toluuf nama wol caalchisa'aa hagaa ol dubbii guddaa dubbatan.


Isaan bara dhumaa cubbuu isaaniitiif halcha badaa ufiitiin deema'aa worra Asheessu waan isaaniin jedheef.


Hennaa fakiin bineensaa qaaqu, fakii bineensaatii worra hin saganne maraa ajjeesisu'uun fakii bineensaatii hafuurri akka kennamuuf taasifame.


Maqaa bineensaa yookiin Malkata laakkofsa maqaa isaa ka hin qabne eennullee bituu yookiin gurguruu akka hin dandeenne godha.


Waan dhiiga woyyootaatii fi raattotaa jissaniif. Akkasuma dhiiga isaan obaafteerta. Waan isaan barbaachisuuf!» jedhee yoo dubbatu dhagaye.


Intalti dhiiga woyyootaatii fi dhiiga worra Kiristoosiin ragaa bayaniin machoofte arge; hennaa isii arge guddisee maalalfadhe.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ