2 Gara Worra Tasaloonqee 3:3 - WAADAA LAMMATAA3 Haata'uu ammoo Gooftaan isin dhaabu ka hamaa irraa isin eegu amanama'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Gooftaan garuu amanama'a, inni isin in jabeessa, sheexana irraa'llee isin ni eega, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Haa ta'uu ammo Gooftaan isin dhaabu, ka hamaa irraa isin eegu amanama'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Worra Gooftaa kaddaaman ataabee jalaa baasee worra cubbamoota keessattuu, worra hawwii shinga'aa, dharraa foonii hamaa duukaa deema'aa worra Gooftummaa isaa tuffatan adaba'aa haga guyyaa murti'ii saniif attamitti akka isaan tursiisu hin beeka. Isaan kun worra uf jajaniif goota worra baallii qaban arrabsuu hin sodaanne.