2 Ergaa Yohaannis 1:9 - WAADAA LAMMATAA9 Worri barumsa Kiristoosiitiin hin jiraanneef barumsa isaa keessa namni hin jiraanne Rabbiin hin qabu. Namni barumsa Kiristoosii keessa jiraatu ammoo, Aabba'aa fi Ilma isaallee hin qaba. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Barsiisa Kristositiin jabaatee ka hin jiraannee fi isa irraa'llee fagaatee ka deemu, Waaqinni isa woliin hin jiru, barsiisa Kristositiin jabaatee naminni jiraatu garuu, Waaqinni Abbaanii fi Ilmi'llee isa woliin ni jiran. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Worri barumsa Kiristoosiitiin hin jiraannee fi namni barumsa isaa keessa hin jiraanne Rabbiin hin qabu. Namni barumsa Kiristoosii keessa jiraatu ammo, Aabba'aa fi Ilma isaallee hin qaba. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kanaaf waan Kiristoosii ka dura namoonni barsiisan dhiifnee, gara bilchinnaa haa deemnuu; bu'uura deebifnee hin bu'uursinu. Sunillee hujii gara du'aa nama geessu irraa aagii galuu, Rabbitti amanu'uun, waan cuuphamu'uu, waan harka nama irra kaayu'uu, waan worra du'oota keessaa ka'aniitii fi waan barumsa murtii bara baraa ti.