2 Ergaa Phexiros 3:9 - WAADAA LAMMATAA9 Akka namoonni gariin waan turu seeyan Gooftaan waan waadaa gale saniif hin turu. Haata'uu ammoo namni maruu akka aagii galuuf malee, eennullee akka hin banneef jedhee waan keessaniif obsa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Namoonni tokko tokko akka isaanitti fakkaatutti Gooftaan dubbii abddii ka dubbate raawwachuuf hin turu, garuu naminni marrinuu dhiifamaaf akka gayuu fi naminni kumi'llee akka hin badinneef barbaadee, waayee keessaniif ni obissa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Akka namoonni gariin waan turu seeyan Gooftaan waan waadaa gale saniif hin turu. Haa ta'uu ammo namni maruu akka aagii galuuf malee, eennullee akka hin banneef jedhee waan keessaniif obsa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |