2 Ergaa Phexiros 3:4 - WAADAA LAMMATAA4 Isaan, «Waadaan dhufa isaa meeti ree?» wonti maruu hennaa abbootiin teenna du'anii jalqabee akkuma uumamanitti jiran jedhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 isaaniif, «Gooftaan Yesus ni dhufa jedhamee abddiin kennamee hin turee moo? Eegaa eessa jira? Abootiin keenna ta duraanii yeroo itti du'anii kaasee, wonitti marrinuu jalqaba uumamaatii jalaqabee akkuma jirutti» jedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Isaan, «Waadaan dhufa isaa meeti ree? wonti maruu hennaa abbootiin teenna du'anii jalqabee akkuma uumamanitti jiran» jedhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |