2 Ergaa Phexiros 2:9 - WAADAA LAMMATAA9-10 Worra Gooftaa kaddaaman ataabee jalaa baasee worra cubbamoota keessattuu, worra hawwii shinga'aa, dharraa foonii hamaa duukaa deema'aa worra Gooftummaa isaa tuffatan adaba'aa haga guyyaa murti'ii saniif attamitti akka isaan tursiisu hin beeka. Isaan kun worra uf jajaniif goota worra baallii qaban arrabsuu hin sodaanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Eegaa kun marrinuu akkana yoo ta'e Gooftaa isa waaqeffachu'uun namoota jiraatan qormaata irraa akka isaan fayyisu, cubbamoota'llee attamitti akka isaan adabuu fi guyyaa murtti'iitiif'llee attamitti eegee akka isaan turssiisu, ni beeka jechu'u. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9-10 Worra Gooftaa waaqeffatan ataabee jalaa baasee worra cubbamtootaa, keessattuu worra hawwii shinga'aa, dharraa foonii hamaa duukaa deema'aa worra Gooftummaa isaa tuffatan adaba'aa haga guyyaa murti'ii saniif attamitti akka isaan tursiisu hin beeka. Isaan kun worra uf jajaniif goota worra baallii qaban arrabsuu hin sodaanne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |