2 Ergaa Phexiros 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Hedduun isaanii waan nama saalfachiisu waan godhaniif isaan faanaa deeman. Sababaa isaaniitiif karaan dhuga'aa arrabama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa2 Bifa kanaan baayi'eewwan karaa isaanii saalifachiisaa ni horddofan, gocha isaanii irraa'llee ka ka'een karaa dhuga'aa ni arrabisama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Hedduun isaanii waan nama saalfachiisu waan godhaniif isaan faanaa deeman. Sababaa isaaniitiif karaan dhuga'aa arrabama. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |