2 Ergaa Phexiros 1:4 - WAADAA LAMMATAA4 Waan hawwii badumma'aa badii adunyaa tanaa jalaa baatanii, amala Rabbii worra qoodamu dubbii abdi'ii keessa akka taatan, abdii gudda'aa fi kabajjamaa kanniin nuu kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Ulfinnaa fi ulfinna arjjooma isaatiin gatii ka qabuu fi haalaan ol aanaa ka ta'e, abddii isaa arigannee jirra, karaa kanniiniitiin'llee isin sababa hawwii hama'aatiin balleessaa biyya lafaa kana irra jiru jalaa baatanii, qoodamtoota amala Waaqumma'aa taatanii jirttan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Waan hawwii badumma'aa badii adunyaa tanaa jalaa baatanii worra amala Rabbii qoodamu dubbii abdi'ii keessa akka taatan, abdii gudda'aa fi kabajjamaa kanniin nuu kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |