Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 5:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Ta abbaa manaa hin qabne galmee irratti yoo bareeffamtu, umuriin isi'ii woggaa jaahatamaa gadi akka hin taaneef, dubartii abbaa manaa tokko qabdu ta'uu barbaachisa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 Woggaa jahaatamaa gad ka ta'e dubarttiin abbaan worraa irraa du'e, galmmee haadhotii hiyyeessaa irratti hin barreeffamin, akkuma kana ta abbaa worraa tokko qofatti heerumtte akka taatu barbaachisa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Ta abbaa manaa hin qabne galmee irratti yoo bareeffamtu, umuriin isi'ii woggaa jaahatamaa gadi akka hin taanee fi dubartii abbaa manaa tokko qabdu ta'uu barbaachisa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 5:9
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gargaartoonni ijoollee ufiitii fi maatii ufii akka misha'aan worra bulchan, martii isaaniituu worra haadha manaa tokkittii qaban haa ta'anii.


Eegasuu tooyataan, ka mudaa hin qabne, nama haadha manaa tokkotii qabu, ka uf qabuu fi ka hagatti jiraatu, ka akka barbaadamutti hojjatu, ka keessummaa simatu, ka barsiisuu danda'u,


Ta abbaa manaa hin qabne qacalee kaawwanitti hin makin.


Eegasuu durboonni qacaleen akka heeruman, ijoollee akka dayanii fi mana ufiillee akka bulchan, Worri nu mormu maqaa akka nu hin balleessine isaan kana gorsa.


Dubartiin amante takkaaf dhiirrii amane tokko, dubartii abbaa manaa hin qabne maatii ufii keessaa yoo qaabatan woldaa Kiristaanaatitti ba'aa akka hin taane, isaan haa gargaaraniinii.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ