Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 5:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Ta abbaa manaa hin qabne ammoo akkayoota yookiin ijoollee ijoollee ufii yoo qabaatte, isaan maatii ufii biratti Rabbiin kabajjuun akka isaanii beekkamuuf, jasaa maatii ufii deebisuu haa baratanii; kun Rabbiin biratti misha'aa fi ka jaalatame waan ta'eef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

4 Abbaan worraa kamuu dubarttiin abbaan worraa isi'ii irraa du'e ijoollee yookiin ijoollee ijoolle'ee yoo qabaate, ijoolleen tunniin durissanii maatii isaaniitiif ufi eeggannaa taasisuu, maatii isaaniitii fi akaakkayoota isaaniitiif harka deebisu'uuf, dirqama hafuurumma'aa haa baratan, kun'llee waan Waaqa gammachiisu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Ta abbaa manaa hin qabne ammo akkayoota yookaan ijoollee ijoollee ufii yoo qabaatte, isaan maatii ufii biratti Rabbiin kabajjuun akka isaanii beekkamuuf, jasaa maatii ufii deebisuu haa baratanii; kun Rabbiin biratti misha'aa fi ka jaalatame waan ta'eef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 5:4
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Achiin maayessa inni worra ufii woliin gara qachaa Naazireetii deebi'ee, worraafillee ajajame. Haati isaa waan kana maraa garaa ufii keessatti eega'aa turte.


Rabbi qorichi keenna namoonni maruu akka fayyaniif dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.


Dubartiin amante takkaaf dhiirrii amane tokko, dubartii abbaa manaa hin qabne maatii ufii keessaa yoo qaabatan woldaa Kiristaanaatitti ba'aa akka hin taane, isaan haa gargaaraniinii.


Kunniinillee waan shinga'aatii fi waan ta'uu hin barbaachifne barsiisa'aa, maatii maraa waan dogoggorsaniif afaan isaanii cufuu barbaachisa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ