Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Wonti Rabbi uume martinuu mishaa waan ta'eef, galata woliin yoo fudhatan wonti gatamu hin jiru.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

4 Garuu ammoo wonitti Waaqinni uume marrinuu misha'a, galataan yoo fudhatan wonitti gatan woyiituu hin jiru.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Wonti Rabbi uume martinuu mishaa waan ta'eef galata woliin yoo fudhatan wonti gatamu hin jiru.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 4:4
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Sababaa nyaataatiif, hujii Rabbii hin diigin; maruu qulqullu'u, mama'aa yoo nyaatan ammoo, nama saniif bada'a.


Waan gabayaa fooniititti gurguramu maraa uduu hin shakkine nyaadhaa'a.


Wonti battii ta'e akka hin jirre, ani Gooftaa Yesuusiin keessa ta'ee beekeera, hubadheeralle'e. Haata'uu ammoo wonti kamuu battii akka ta'e ka laakkayuuf isaa battima.


Maruu naa eeyyamameera; maruu ammoo hin fayyadu. Maruu naa eeyyamameera; Haata'uu ammoo ka keessa namaa qulqulleessuu miti.


Worra Yihuudii hin taane ka amanan ammoo waaqoolee tolfama'aa fi waan ciincayu dhiigaa fi horii ufiin du'e irraa, seebaruu irraallee lubbuu isaanii akka deebisan uf eegan murteessinee isaanii barreessineerra.


Worri sobu kun akka namni wol hin fuune dhooggan, worri amananii dhugaa beekan galata woliin akka fudhatanii hin nyaanne, nyaata Rabbi isaanii uume irraa akka fagaatan godhan.


Deebi'eellee lammaffaa, «Waan Rabbi qulqulleesse ati hin batteessin» laagaa jedhu dhagaye.


Ka Guyyaa kabajju Goofta'aaf jedhee kabajja; ka nyaatullee waan Rabbiin galatoonfatuuf, Goofta'aaf jedhee nyaata; ka hin nyaannellee, Goofta'aaf jedhee hin nyaatu. Rabbiinillee hin galatoonfata.


«Ka lafaa fi lafarra guute maruu ka Goofta'aa waan ta'eef.»


Anillee badhaadha Rabbiitiin yoo nyaadhe, waan itti galateeffadhuuf maali'iif arrabamaa?


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ