Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 4:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Worri sobu kun akka namni wol hin fuune dhooggan, worri amananii dhugaa beekan galata woliin akka fudhatanii hin nyaanne, nyaata Rabbi isaanii uume irraa akka fagaatan godhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Namoonni akkanaa jiran kunniin fuudha ni dhoogan, ka amananii fi namoonni dhugaa beekan'llee isa galateeffata'aa akka soorataniif nyaata Waaqinni isaaniif uume, «Hin nyaatnaa» jedha'aa ni dhoogan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Worri sobu kun akka namni wol hin fuune dhooggan; worri amananii dhugaa beekan galata woliin akka fudhatanii hin nyaanne, nyaata Rabbi isaanii uume irraa akka fagaatan godhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 4:3
30 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Achiin maayessa inni gumiin marga irra akka taa'an ajaje. Xoroshoo shanii fi qurxummii lamaa fuudhee, gara sami'ii ol laalee, galateeffatee xoroshoo caccabsee, darasootatti kenne; darasoonnillee gumi'iif kennan.


Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee, waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.


Achiin maayii xoroshoo torbaa fi qurxummii fuudhee galateeffatee, cabsee darasootatti kenne. Darasoonnillee gumi'ii kennan.


Uduu isaan woliin hurbaata'aaf taa'eeru xoroshoo ol fuudhee eebbisee caccabsee isaaniif kenne.


Haata'uu ammoo Yaballan biraa gara hulee Gooftaan buddeena itti eebbisee nyaatan san gara Xibiriyaadosii dhufan.


Kana jedhee buddeenallee fuudhee isaan maraa afo'otti Rabbiin galatoonfatee kutatee nyaatuu jalqabe.


Jeennanni Rabbii qajeellumma'aa fi nagaya gammachuu Ayyaana Woyyu'uuti malee, nyaataa fi dhuddoo waan hin taaneef.


Dadhabaan ammoo ashaakiltii nyaata; Ka nyaatu ka hin nyaanne hin tuffatin; ka hin nyaannellee ka nyaatu irratti hin murteessin; Rabbi waan isa ufitti qabeeruuf.


Ka Guyyaa kabajju Goofta'aaf jedhee kabajja; ka nyaatullee waan Rabbiin galatoonfatuuf, Goofta'aaf jedhee nyaata; ka hin nyaannellee, Goofta'aaf jedhee hin nyaatu. Rabbiinillee hin galatoonfata.


Rabbi ammo kanallee sanillee hin balleessa. Nafti keenna Gooftaa tajaajilu'uuf Gooftaanillee nafa kunuunsu'uuf malee, ittiin seebaruu hin barbaachisu.


Qeerrichi yoo fuudhe cubbuu hin hojjatu. Qeerrittiinillee yoo heerumte cubbuu hin hojjattu. Haata'uu ammo adunyaa tana irratti worri fuudhanii fi heeruman, jireenna isaanii keessatti rakkoo heddu qaban. Ani ammoo rakkinna kana jalaa akka baataniif jedhee isin gorsa.


Nyaanni ammoo gara Rabbii nu hin dhiyeessu. Yoo hin nyaannellee womaa nu hin miidhu, yoo nyaannellee womaa bu'aa nu hin qabu.


Eeganaa nyaataan, dhuddo'oon, waan ayyaanaatiin, waan jalqaba ji'aatiif waan Sambata kabajju'uutiin eennullee akka isinitti hin murteessine.


Rabbii Aabbaa karaa Yesuus Kiristoosiitiin galateeffata'aa, dubbi'iin yookiin huji'iin waan gootan maraa maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin godhaa'a.


Wonti Rabbi uume martinuu mishaa waan ta'eef, galata woliin yoo fudhatan wonti gatamu hin jiru.


Eegasuu durboonni qacaleen akka heeruman, ijoollee akka dayanii fi mana ufiillee akka bulchan, Worri nu mormu maqaa akka nu hin balleessine isaan kana gorsa.


Wol fuudhuun maraa biratti ulfinna; sireenillee qulqulluu haa ta'u. Worra adaba hin qabnee fi seebartoota ammoo Rabbi isaanitti murteessa.


Barumsa adda addaa haarawa hin beekkamneen hin fudhataminaa'a. Onneen teessan yoo waan badhaadha Rabbiitiin jabaatte misha'a malee, nyaataanii miti. Worri waan kana hordofan waan hin fayyadamneef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ