1 Gara Ximotewoosii 2:9 - WAADAA LAMMATAA9 Akkasuma ammoo intalti uffata ta'u uffachu'uun lash jedhanii qaama ufii haa qandhafanii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Akkuma kana dubarttoonni riffeenissa mataa isaani'ii midhaassu'uun yookiin worqqi'iin yookiin dooqaan, yookiin uffata gatiin isaa baayi'ee ta'een ufi bareechisu'uun uduu hin ta'in, saalfachu'uu fi mataa gad qabataan, uffata malu ka nama kabajama'aa haa uffatan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Akkasuma ammo intalti uffata ta'u uffachu'uun lash jedhanii qaama ufii haa qandhafanii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |