Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 2:3 - WAADAA LAMMATAA

3-4 Rabbi qorichi keenna namoonni maruu akka fayyaniif dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

3 Kun'llee Fayyisaa keenna Waaqa duranatti misha'aa fi waan nama gammachiisu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3-4 Rabbi fayyisaan keenna namoonni maruu akka fayyanii fi dhugaa maraa akka beekan jaalatu afo'otti wonti mishaanii fi ka nama gammachiisu kana.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 2:3
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Garaan kiyyallee Waaqa fayyisaa kiyyatti hin gammada.


Akka kanaan ka Kiristoositti bulu Rabbiin waan gammachiisuuf; nama birattillee inni ka galataati.


Haata'uu ammoo maraa hin qaba, naa baayi'atalle'e; kennaa keessan ciincaa urgaaya'aa fi jaalatamaa ka Rabbiin gammachiisu Afirodiixiin irraa fudhadhee, gammachu'uun guuttameera.


Hujii mishaa maraan daraaraa daraara'aa, beekkomsa Rabbiitiinillee guddata'aa,


Eeganaa waan hafeen obboleeyyan tiyya, attamitti akka jiraattaniif, Rabbiinillee gammachiisuu attamitti akka dandeettan, nurraa akka barattan, isinillee akkasumatti akka jiraattan ka duraa caalaa akka baayi'attan maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin isin kadhanna, isin gorsinalle'e.


Akkuma ajaja Rabbiin qorichi keennaa fi abdiin keenna Yesuus Kiristoos ajajeen, ka ergamaa Rabbii ta'e ana Phaawuloosiin irraa:


Nu Waaqa jiraataa fayyisaa nama maraa ta'e; keessumatu ka worra amananiititti waan abdanuuf, hin dadhabna, hin arabamnalle'e.


Ta abbaa manaa hin qabne ammoo akkayoota yookiin ijoollee ijoollee ufii yoo qabaatte, isaan maatii ufii biratti Rabbiin kabajjuun akka isaanii beekkamuuf, jasaa maatii ufii deebisuu haa baratanii; kun Rabbiin biratti misha'aa fi ka jaalatame waan ta'eef.


Ka nu fayyisee fi ka waamsa woyyu'uun nu waame Rabbiin waan ta'eef, kunillee akka yaada isaatiif haga badhaadha isaatiin malee, akka hujii keennaatiinii miti. Badhaani kun bara hedduun dura Yesuus Kiristoosiin irraan nuu kenname.


Haata'uu ammoo waan mishaa godhuu, kaawwaniillee qooduu hin irraanfatinaa'a. Ciincaan akkanaa waan Rabbiin gammachiisuuf.


Isin cubbuu hojjattanii gad-qabamtanii yoo obsitan galata maal qabdan? Haata'uu ammoo waan mishaa gootanii yoo rakkinna isin irra gaye obsitan, waan kanaaf Rabbi isin eebbisa.


Isiniilee akkasuma akka dhagaa jiraata'aa taatanii Yesuus Kiristoosiin keessaa ciincaa Ayyaanaa ka Rabbiin gammachiisu dhiyeessu'uuf gadoota woyyuu akka taatan mana jireenna Ayyaanaa ta'u'uuf ijaaramaa'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ