Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Worra Tasaloonqee 5:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Rabbi dheekkamsaaf nu hin file. Fayyinna Gooftaa Yesuus Kiristoosii haa arganu'uuf malee.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

9 Waaqinni ka nu waame dallansu'uuf uduu hin ta'in karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin, fayyinna akka argannuuf.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Rabbi dheekkamsaaf nu hin fille; fayyinna Gooftaa Yesuus Kiristoosii haa argannu'uuf malee.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Worra Tasaloonqee 5:9
23 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Ilmi Namaa akkuma wonti isaa barreeffame hin du'a. Haata'uu ammoo, «Nama Ilma Namaa dabarsee kennu san aanne'e! Namni sun silaa uduu dhalachuu baatee isaa woyya» isaaniin jedhe.


Kitaaba faarfanna'aa keessatti, ‹Jireenni isaa lafa gammoojji'ii haa ta'u; womaa keessa hin jiraatin›; akkasuma ammoo, ‹Baallii isaallee ka biraa haa fudhatuu› jedhamee waan barraayeeruuf.


namoota lamaan filatte kanniin keessaa tokko muudi» jedhan.


Worri Yihuudota hin taanellee dhagayanii gammadanii dubbii Rabbiillee kabajjan. Worri jireenna bara baraatiif qophaayan maruu amanan.


Isinillee dura Rabbiif akkuma hin ajajamne amma ammoo sababaa ajajamu dhabuu keessaniitiin dhiifamsa akkuma argatan,


Eegasuu maal ta'inna? Israa'el waan barbaadan hin arganne. Worri filataman ammoo argataniiran.


Sababaa rakkinna kanaatiin eennullee akka hin raaffamne, waan kanaaf akka filamne isinuu waan beettaniif.


Ani duraan ka ari'u ka abaaruuf rakkisaa yoo ta'ellee inni kana naa godhe. Haata'uu ammoo uduu hin beekin waan uduu hin benne godheef araara argadhe.


Waan kanaaf ammoo jireenna bara baraa argachu'uf worra isatti amanuuf jireennaaf fakkeenna akka ta'u Yesuus Kiristoos ana ijoo ta'e irratti obsa ufii mara mudhisu'uuf ani araara argadhe.


Kanaafuu isinillee fayyinna karaa Yesuus Kiristoosiitiin argamu ulfinna bara baraa woliin akka argattan waan worra filatameetiif waan maraanuu hin jabaadha.


Isin duraan banii isaatii miti, amma ammoo banii Rabbii taataniirtan. Isin duraan worra araara argatee miti, amma ammoo araara argattaniirtan.


Isaan worra hin amanne waan ta'aniif, dubbii isaatiin gufatan. Isaanillee worra kufaati'iif qophaayan.


Ana Simoon Pheexroos ka ergama'aa fi garbicha Yesuus Kiristoosii ta'e irraa, worra karaa qajeellummaa Waaqa keennaatii fi fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosiititti amananiif;


Barsiisonni dharaa kunniin dharraa birri'iitii ufumaa mammaaka dubbata'aati isin irraa nyaatan; murtiin isaanii duri irraa jalqabee hin turu; badiin isaaniillee hin mugu.


Hennaa dheera'aan dura murtee tanaaf worri barreeffaman namoonni gari gariin waan hulluuqanii gara keessan seenaniiraniif, isaanillee worra sodaa Rabbii hin qabne, badhadha Waaqaa seebaruma'ati worra jijjiiran, ka ufummatti mooti'ii fi Gooftaa keenna ta'e, Yesuus Kiristoosiin hin ganan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ