Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Worra Tasaloonqee 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4-5 Seebaruu irraa akka fagaattan, akka worra Yihuudii hin taanee, ka Rabbiin hin beenne sanniin fedhaa fi dharraa foonii hamaa hin qabaatinaa'a. Isin keessaa namni maruu nafa ufii woyyumma'aa fi ulfinnaan haa eeggatuu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

4 Tokkoon tokkoonuu haadha worraa isaa Qulqulloofttaniif fi ulfinnaan eegee qabachuu haa beeku.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Seebaruu irraa akka fagaattan, akka worra Yihuudii hin taane ka Rabbiin hin beenne sanniinii fedhaa fi dharraa foonii hamaa hin qabaatinaa'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Worra Tasaloonqee 4:4
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Haata'uu ammoo dharra'aan gubachuu irra fuudhu'uu fi heerumuu woyya. Uf qabuu yoo dadhaban haa heerumaanii yookiin haa fuudhanii.


Eegasuu Obboleeyyan tiyya! Nafti keessan ka Rabbiin gammachiisuu fi ciincaa jiraataa gootanii akka dhiyeessitan, gara laafummaa Rabbiitiin isin kadhadha. Innillee tajaajila keessan ka sammuu namaatiif tolu.


Akkasuma isinillee Abboonni manaa! Uumama dadhabaa waan ta'aaniif haadha manaa teessanii beeka'aafii woliin jiraadhaa'a. Faateen keessan akka isin jalaa hin qabamne akkasuma akka worra jireenna Ayyaanaa dhaaluutitti isaan kabajjaa'a.


Wol fuudhuun maraa biratti ulfinna; sireenillee qulqulluu haa ta'u. Worra adaba hin qabnee fi seebartoota ammoo Rabbi isaanitti murteessa.


Nafti keessan qaama Kiristoosii akka ta'e hin beettanii? eegasuu qaama Kiristoosii fuudhee qaama seebartootaa godhuu barbaachisaa? hin ta'u.


Haata'uu ammoo, sababaa rakkoo seebaraatiif dhiirtii martinuu haadha manaa ufii haa qabaatuu. Akkasuma dubartiin martinuu abbaa manaa ufii haa qabaattuu.


Waan hafeen obboleeyyan tiyya, waan dhugaa ta'e maraa, waan ulfinna qabu maraa, waan qajeellummaa ta'e maraa, waan qulqulluu ta'u maraa, waan jaalala uf keessaa qabu maraa, ka oduu mishaa uf keessaa qabu maraa, waan mishaa ta'e ka galata qabu kanniin mara yaadaa'a.


Waan dadhabii foon keessanii akkuma namni jedhu jedha; qaamni keessan hammeenna akka raawwatu, battumma'aa fi hamneennaaf garboota gootanii akkuma dhiyeessitan, akkasuma qaamni keessan akka woyyoomuuf qajeellumma'aaf garbicha godha'aatii dhiyeessaa'a.


Kanaafuu nafa isaaniitiin akka wol shingeessaniif Rabbi qalbii isaanii keessatti fedha batummaa fooniitiif dabarsee isaan kenne.


Gooftaanillee, «Inni kun worra Yihuudii hin taane, moototaa fi ijoollee Israa'elootaa afo'otti akka maqaa kiyya baadhatuuf meeshaa naaf filatame waan ta'eef deemi.


Haata'uu ammoo guddinna hunna Rabbii irraa malee, nu irraa akka hin taane akka beekkamu waan kabajjamaa akka mi'a faaraa taanee galmee kana uf keessatti qabanneerra.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ