Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Ergaa Yohaannis 5:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Rabbiin yoo jaalanne, ajaja isaa yoo raawwanne, ijoollee Rabbiillee akka jaalannu kanaan beenna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

2 Ijoollee Waaqaa ka jaalannu ta'uu keenna ka beekinnu, Waaqa yoo jaalannee fi ajajoota isaa'llee yoo raawwanne.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Rabbiin yoo jaalanne, ajaja isaa yoo raawwanne, ijoollee Rabbiillee akka jaalannu kanaan beenna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Ergaa Yohaannis 5:2
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Nu yoo ajaja isaa eenne, akka isa beenne beenna.


Ka dubbii isaa eegu maruu jaalalli Rabbii isa keessatti dhugamaan raawwatameera. Isa keessa jiraachuu keenna kanaan beenna.


Nu worra obboleewwan keenna jaalatu waan taaneef kanaan du'aa gara jireennaa akka ceene beenna. Ka obboleessa ufii jibbu du'a keessa jira.


Ka Rabbiin jaalatu, obboleessa ufii akka jaalatu seera akkanaa Rabbiitu nuu kenne.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ