1 Ergaa Yohaannis 4:9 - WAADAA LAMMATAA9 Akkanaan Rabbi jaalala ufii nuu ibse. Karaa isaatiin tokkocha Ilma ufii gara adunyaa tanaa waan ergeeruuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Karaa Ilma isaatiin jireenna akka argannuuf Waaqinni Ilma isaa tokko gara biyya lafaa ergeenii jira, kanaan'llee jaalalli Waaqaa nu jiddu'utti mulidhatee jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Akka kanaan Rabbi jaalala ufii nuu ibse. Karaa isaatiin akka jireenna qabaannuuf tokkicha Ilma ufii gara adunyaa tanaa erge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |