1 Ergaa Yohaannis 4:4 - WAADAA LAMMATAA4 Ijoollee tiyya, isin Rabbiin woliin jirtan injifataniirtanille'e, ka isin keessa jiru, ka adunyaa keessa jiru waan caaluuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Yaa ijoolle! isin ka Waaqaati, Hafuurri isin keessa jiru biyya lafaa keessa hafuura jiru ni caala. Kanaaf nabiyyoota dharaa injifattanii jirttan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Ijoollee tiyya! isin Rabbiin woliin jirtan; injifattaniirtanille'e, ka isin keessa jiru, ka adunyaa keessa jiru waan caaluuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |