1 Ergaa Yohaannis 4:3 - WAADAA LAMMATAA3 Ayyaanni Yesuus Kiristoos akka fooniin dhalate hin amanne maruu ka Rabbiitii miti. Innillee Ayyaana Kiristoosiin mormu. Kun akka dhufu dhageettaniirtu, ammumaa adunyaa keessa jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa hafuurri hin amanne marrinuu Hafuura Waaqaatii miti, hafuurri kun'llee ni dhufa yoo jedhamu ka dhageettan hafuura mormmataa Kristositi, inni ammmaayyuu biyya lafaa keessa ni jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Ayyaanni Yesuus Kiristoos akka fooniin dhalate hin amanne maruu ka Rabbiitii miti. Innillee Ayyaana Kiristoosiin mormu. Kun akka dhufu dhageettaniirtu, ammumaa adunyaa keessa jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |