1 Ergaa Yohaannis 1:9 - WAADAA LAMMATAA9 Cubbuu keenna yoo himanne, cubbuu keenna nuu dhiisee hammena keenna maraa irraa nuu qulqulleesu'uuf, inni amanamma'aa fi qajeela'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Cubbuu keenna Waaqatti yoo himanne inni amanama'aa fi qulqullaawomaa waan ta'eef, cubbuu keenna maraa nuuf ni dhiisa, balleessaa keenna mara irraa'llee, nu ni qulqulleessa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Cubbuu keenna yoo himanne, cubbuu keenna nuu dhiisee hammeenna keenna maraa irraa nuu qulqulleessu'uuf inni amanama'aa fi qajeela'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
«Waaqa Gooftaa maraa dandeettu, hujiin kee gudda'aa fi maalale'e, mootii worra Yihuudii hin taanee, karaan kee qajeella'aa fi ka dhuga'aati; Gooftaa ka si hin sodaanne; ka maqaa kee hin kabajjine eennu? waan ati callaan woyyuu taateef hujiin kee qajeellumma'aan waan mudhateef, worri Yihuudi hin taane maruu dhufanii, afoo keetitti sagadan» jedha'aa faaruu garbicha Rabbii ka Muuse'eetii fi faaruu hoolaa Rabbiitii faarfatan.