1 Ergaa Phexiros 5:9 - WAADAA LAMMATAA9 Obboleeyyan keessan ka adunyaa kana irra jiran rakkinni akkanaa kun akka isaan irra gayu beekaa'a; amanti'iin cima'aa dhaabadhaa'a daabiloosiin mormaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa9 Biyya lafaa mara irra ka jiran obboleeyyan teessan rakkinna bifa kanaa akka fudhatan beeku'uun, amanti'iin jabaadha'aatii mormma'aanii. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Obboleeyyan keessan ka adunyaa kana irra jiran rakkinni akkanaa kun akka isaan irra gayu beekaa'a; amanti'iin cima'aa dhaabadhaa'a; daabiloosiin mormaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |