1 Ergaa Phexiros 4:3 - WAADAA LAMMATAA3 Barri fedhii worra Yihuudota hin taanee gootan wol qirqissu'uuf, hawwiin foonii machaayyuu, sirbuu, akka malee dhuguu, hulee shinga'aatitti argamu'uu fi waaqolee tolfamaa kaddaamuun barri akkasii sun isin gaya. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne akkuma raawwatan gad dhiifamaan, hawwii sagaagalaatiin, machi'iin, gammachuu haga dhabeen, haga malee dhuganii sirbbu'uu fi jibbisiisaa ka ta'e waaqeffannaa Waaqa harkaan hojjatameetiin, barri dabarssitan ni gaya. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Barri fedhii worra Yihuudota hin taanee gootan wol hoossu'uuf, hawwiin foonii machaayuu'u, sirbuu, akka malee dhuguu'u, hulee shinga'aatitti argamu'uu fi waaqolee tolfamaa waaqeffatuun barri akkasii sun isin gaya. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |