1 Ergaa Phexiros 4:1 - WAADAA LAMMATAA1-2 Eegasuu ammaa achi bara jireenna keessanii ka lafarraa akka hawwii foonii uduu hin ta'in akka fedhii Rabbiititti jiraadhaa'a. Isinillee akkasuma akka nama mi'a woraanaa hidhateetitti yaada kanaan jabaadhaa'a. Namni rakkate, nafa ufiitiin cubbuu hojjachuu dhiiseera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa1 Kristos fooniin rakkinna ka fudhate waan ta'eef, isin'llee akka nama meeshaa woraanaa hidhatee titti yaada kanaan jabaadha'aatii qophaayaa, foon isaatiin rakkinna naminni fudhate, hojjachuu addaan kutee jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu1 Eegasuu ammaa achi bara jireenna keessanii ka lafa irraa akka hawwii foonii uduu hin ta'in akka fedhii Rabbiititti jiraadhaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |