Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Ergaa Phexiros 3:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Haata'uu ammo Rabbiin afo'otti ka gatii guddaa qabu Ayyaana gara-laafessaa fi lashii qabu ka hennaa maraa hin banne sun, namummaa keessan ka keessaa haata'uu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

4 Garuu bareedinni keessan Waaqa duranatti gatiin isaa haalaan ka ulffaatee fi faaya hin badinneen, gara laafnnaa fi hafuura ufi toowattiinsaatiin ka bareede, onnee keessatti dhokatee ka arigamu, keessa qaamaatiin haa ta'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Haa ta'uu ammo Rabbiin afo'otti ka gatii guddaa qabu Ayyaana gara laafessaa fi lashii qabu ka hennaa maraa hin banne sun, namummaa keessan ka keessaa haa ta'uu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Ergaa Phexiros 3:4
40 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Qanbaraa kiyya baadhaa'a. Narraallee baradhaa'a. Ani gara laafeessaa fi Kasoo waan ta'eef, lubbuu teessaniin harabaafata argatanii.


Ati Fariisicha ballaa'a! gubbaan isaa akka bareedu, dura dursiitii keessa qori'iitii fi sabaree qoraasi.


Worri gad uf qabu worra eebbifame; waan biyya lafaa dhaalaniif.


Isin worra gurraan hin dhagenne! Rabbiin gubbaa uume keessa hin uumnee?


Innillee akkana isaaniin jedhe, «Isin namoota afo'otti qajeelaa uf gootan. Haata'uu ammoo Rabbi waan garaa keessan keessa jiru hin beeka. Ka nama biratti kabajjame, Rabbiin biratti battii waan ta'eef.


Ulfinna Rabbii ka hin banne, nama du'uuf, bifa simbirraaniitiin, waan luka afur qaban, uumama lafa irra deemanitti fakkeessanii jijjiiran.


Haata'uu ammoo ka dhossa'aan Yihuudii ta'e Yihuudi'i. Gadoomuun Ayyaana Rabbiitiin ta'u, gadoomuu qalbi'iiti malee, ka kitaaba seeraatii miti. Galanni isaallee Rabbiin irraa malee, nama irraa miti.


Haalli jireenna keennaa cubbamaan akka baduuf garboota cubbu'uu ta'uun keenna akka hafuu, nafti keenna moofaan Kiristoosiin woliin akka fannifame hin beenna;


Anuu Phaawuloosi hennaa isin bira jiru, nama kaso'o jedhame; hennaa isin biraa fagaadhu ammoo nama ija jabaatu jedhame; garalaafumma'aa fi fayyalummaa Kiristoosiitiin isin gorsa.


Kanaafuu hin dadhabnu; haata'uu ammoo nafti keenna ka gubba'aa yoo badellee nafti keenna ka keessaa guyyama guyya'aan haarawooma.


Amantaa gara-laafumma'aa fi uf qabuu seerri waan akkanaa kanniin dhooggu hin jiru.


Kasoo Ta'u'uun gara laafumma'aan, Obsa maraan, jaalalaan wolii obsaa'a.


Eeganaa akka filatamtoota Rabbii woyyootaa fi worra jaalatamanillee taatanii, araara, gara-laafummaa, arjummaa, lash jechuu, fayyaalumma'aa fi obsa uffadhaa'a.


Isin duutaniirtan, jireenni keessanillee Rabbiin Kiristoosiin keessatti dhokateera.


Worri akkanaa kunniin cadhisanii hojjata'aa buddeenuma isaanii akka nyaatan, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin isaan seerra, isaan gorsinalle'e.


Akkasuma maallaataa Rabbi akka dhugaa beekanii fi akka aagii galan isaan taasisa, fedha daabiloosii raawwatu'uuf siiboo isaa jalaa bayanii gara qalbii isaanii hin deebi'an jedha'aa worra isa morman gara laafumma'aan isaan haa adabu.


Ka eennuunillee hin arrabsine, worra hin mormine, gara-laafeeyyii, worra nama marattuu fayyaalummaa mudhisan akka ta'an isaan qaabsis.


Kanaafuu battummaa maraaf hammeenna baayi'ee uf keessaa balleessa'aatii ka keessa keessaniitti dhaabamee lubbuu keessan fayyisuu danda'u, dubbii Rabbii fayyaalumma'aan fudhadhaa'a.


Isin worri lammaffaa dhalattan fiixaa badu irraa miti. Dubbii Rabbii ka bara baraan jiraatuun, fiixaa hin banne irraa dhalattan malee.


Haata'uu ammoo Gooftaa keessan Kiristoosiin onnee keessan keessatti woyyoomsaa'a. Waan abdii keessanii worra isin gaafatu maraafuu deebii kennu'uuf hennaa maraa qophaayaa'a. Haata'uu ammoo gara-laafumma'aa fi soda'aan haata'uu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ