1 Ergaa Phexiros 2:4 - WAADAA LAMMATAA4 Gara dhagaa jiraataa namaan jibbamee ka Rabbiin biratti ammoo kabajjamaa ta'ee filatameetitti dhiyaata'aa, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa4 Kanaaf dhagaa jiraataa gara ka ta'ee gara Gooftaa Yesusii dhiyaadhaa, dhagaan kun ka namoonni tuffatanii dhiisaniin, Waaqa biratti garuu ka filaatamee fi gatii ulffaataa ka qabu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Gara dhagaa jiraataa namaan jibbamee; ka Rabbiin biratti ammo kabajjamaa ta'ee filatameetitti dhiyaata'aa, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |