1 Ergaa Phexiros 1:3 - WAADAA LAMMATAA3-5 Du'oota keessaa ka'uu Yesuus Kiristoosiitiin abdii jiraata'aa fi hin baanne ka ristii hin darbine xurii hin qabneef akka guddinna dhiifamsa isaatiin Rabbi lammaffaa nu uumate Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu. Ristiin kunillee isin worra bara dhumaa worra fayyinna hunna amantaa Rabbii eeggattaniif samii isinii taa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa3 Yesus Kristosii sababaa du'aa ka'uu isaatiin abddii jiraataa ta'e ka nuuf kenne, dhiifama isaa ol aana'aan dhalata haarawaan ijoollee isaa ka nu taasise, Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii haa galatteeffamu, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Du'oota keessaa ka'uu Yesuus Kiristoosiitiin abdii jiraata'aa fi hin banne ka ristii hin darbine xurii hin qabneef akka guddinna dhiifamsa ufiitiin Rabbi lammeessoo nu uumate Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |