Sekkammaayye, anka xarrada Yursaalami akka kuyyaata nessuma Waaqa a in kaynin turanne oto letta shishshipinittooyyeew dufaman ka haka kuyyaata a nessuma Waaqa' tarpinitto kara'e, in panammini ajaje. Ka kuyyaata nessuma Waaqatiiyyi akka fe'isa takka nefo katama karopa in kallini'i, akka tooytaanne orxayaayyo oppa orra a deemo xarrada katama' tura' qaatishe.