A ana karafna' tura'en tultiyyo qape, ka a kawsa ana tupa tinnaati dapniyyo oorshe; umma a ana onna ka a ana qara' tufanna' turaayye fuuliyyo an quu'ine.
Ka turaayye harka orra a Waaqa amanni in kinnini oppopa isha tuukkaneew ikka qara seesan ka oppa karafan ka fannisan isha xoori kuyyaata sessattati tootoppa ixa'a.”