Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:22 - Kitaaba Woyyuu

22 Woyyoonni maruu, keessattuu ka gara worra mana mootii worra Rooma'aa ta'an, nagaya isinii dhaamaniiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

22 Woyyoonni maruu, keessattuu ka gara worra mana mootii worra Rooma'aa ta'an, nagaya isinii dhaamaniiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Waadaa Haarawa

22 Amanttoonni kuunniin marri'llee keessummaanuu, maatiiwwan worra nugusa Roomaa ka ta'an, nagaya isinii ni dhiyeessan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:22
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yoo obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa gaafattan, worra kaawwaniin maali'iin adda taatan? Worri Yihuudota hin taanellee akkanuma godhaniimii?


Keessaayyuu «Ammaa achi fuula kiyya hin argitan» waan jedheef, guddisanii gaddanii haga markabaa isa geegessan.


Hannaaniyaan deebisee, «Gooftaa kiyya! Yerusaalem keessaa woyyoota irratti waan hamaa meeqaa akka godhe waan namicha kanaa namoota heddu irraa dhagayeera.


Dhungoo obbolumma'aa woyyitti'iin nagaya wol gaafadhaa'a; tokkummaan woldaa Kiristaanaa ta Kiristoosii martinuu nagaya isinii dhaamaniiran.


Kanaafuu hidhamuun kiyya waan Kiristoosiitiif akka ta'e Waardiyoota mana mooti'iitii fi kaawwan maraa birattillee ifa ta'eera.


Worra isin bulchan maraa fi woyyoota maratti nagaya naa himaa'a. Worri Ixaaliyaa keessa jiran nagaya isinii dhaamaniiran.


Woldeenni Kiristaanaa ta Baabilooniin keessatti filatamteertuuf ilmi kiyya Maarqoosillee nagaya isinii dhaamaniiran.


Hennaa dhiyoo keessatti si argee akka woliin qaandhu abdii godha.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ